Mootummaan Waaqayyoo

bullet imagebullet imageMootummaan Waaqayyoo Bakka Gammachuun, Nagaan, Jaalalli fi Jireenyi BARA BARAA keessatti jiraatamu, Warra Akka yaada Waaqayyootti Jiraataniifis kan Qophaa'edha!

Heaven is typically characterized as a place of un passable Happiness, The ultimate Paradized. It is Commonly thought and believed that who go there will live joyful FOR EVER.

Kaayoon Waaqayyoo:

Kaayyoon waaqayyoo inni hangafaa Mootummaa isaa biyya lafaa cubbamtuu kana irratti baballisuudha. Kunis Namootni hundinuu Mootummaa waaqayyootti akka galaniif waan barbaaduufi.

Bal'inaan >

Yoha 3:16

Waaqayyo tokkicha ilma isaa amma kennuufitti biyya lafaa jaallate, Kunis immoo isatti kan amanu hundinuu JIREENYA BARABARAA haa qabaatuuf malee haa baduuf mit. *

Bal'inaan >

 

Namni hundinuu akka fayyu fedha waaqayyooti.

Yesuus Deebi'ee nii dhufa.

Bal'inaan >